Hawwaasni Manneen Murtii Godina Baalee hundinuu baga gammaddan baga waliin gammanne. Gamaaggama raawwii hojii manneen murtii waligaala oromiyaa bara hojii bara 2013 magaala adaamaatti adooleessa 23-26/2013 gaggeeffamaa tureen manneen murtii godina baalee manneen murtii godina 22 naannoo oromiyaa keessan jiran keessaa sadarkaa 2ffaa bahuun waraqaa ragaa fi geeba argatee jira. Kun kan argamee dhamaatti keessaniin waan ta’eef irra deebiin baga gammaddan baga gammanne. Galatoomaa!
Sign up here with your email
ConversionConversion EmoticonEmoticon