KFSH Godina Baalee Hagayya 06/12/2013 karoora waggaa kudhanii fi waggaa bara 2014 Qoophessuun Abbaan Seeraa MMO Obbo Mallasaa Abrahaam erga dhiyyeessani booda karoora dhiyaate irratti marii taasissuun gaaffii fi yaada miseensoota biraa ka’ee irratti Bulchaan Bulchinsaa Godina Baalee fi IT/Gaf/KFSH Obbo Abdulhakiim Aliyyii fi Pireezidaantiin MMO Godina Baalee fi It/An/KFSH Obbo Maammoo Tusii yaadoota fi gaaffii ka’aan irratti yaada bala’aa erga kenanii booda kallattii hojii fuula duura ka’uudhaan mariin goolabamee jira.
Fayyaaf Nagaa Hin dhabina!
Sign up here with your email
ConversionConversion EmoticonEmoticon