M/M/O/G/BAALEETTI leenjiin mata duree "gaggeessumma (leadership)" irratti pireezidaantootaa fi gaggeessa dhimmaa MM Anaale f...
Mara Dubbiisi
HUNDEEFFAMA MANNEEN MURTII AADAA OROMIYAA
Waltajjiin marii hundeeffama Manneen Murtii Aadaa Oromiyaaf bu'uura buusu Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira. ••• Waltajji...
Mara Dubbiisi
oolmaa guyyaa 04/02/2014 ti
Waltajjiin marii hooggansa Manneen Murtii Oromiyaa Adaamaatti gaggeeffamaa jiru oolmaa guyyaa lammaffaatiin bu'aawwan qorannoo adda adda...
Mara Dubbiisi
Olmaa Kan guyyaa 03/02/2014 Waltajjii marii hooggansa...
OOLMAA… •••///••• Waltajjiin marii hooggansa Manneen Murtii Oromiyaa oolmaa guyyaa jalqabaa Onkoloolessa 3/2014 gaggeeffameen haala hojiirra...
Mara Dubbiisi
Waltajjiin Marii hoogansaa Manneen Murtii Sadarka sadanii
Waltajjiin marii hooggansa Manneen Murtii sadarkaa sadanii hirmaachise Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira. ••• Waltajjichi Onkol...
Mara Dubbiisi
karoora waggaa kudhanii fi waggaa bara 2014
KFSH Godina Baalee Hagayya 06/12/2013 karoora waggaa kudhanii fi waggaa bara 2014 Qoophessuun Abbaan Seeraa MMO Obbo Mallasaa Abrahaam erga ...
Mara Dubbiisi
Moosaajii Baajata akka Aanaa Dinshootti Tolfamee
Baga Gammaddaan Moosaajiin Baajata kan MMADinshoo hordoofuu hojjatamee Fuulabana irra eegalee hojiirra oolaa
Mara Dubbiisi
Galata Galchaa!!!
Amazing kunis Mana Murtii Waliigala Oromiyaa keenya galatoomfachuu taha, maal seetan, akka suuraa irraa mullattutti warrii Arsii fi Baalee ...
Mara Dubbiisi
Baga Gammaddan!!!
Baga Gammaddan Hawwaasni Manneen Murtii Godina Baalee hundinuu baga gammaddan baga waliin gammanne. Gamaaggama raawwii hojii ma...
Mara Dubbiisi
Goolaba Waltajjii gamaggamaa akka MMWO tti
GOOLABA WALTAJJII GAMAAGGAMAA •••///••• Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii Manneen Murtii Oromiyaa Adooleessa 23-25 bara 2013 tti guyyo...
Mara Dubbiisi
Gamaggama Raawwi Hojii
GAMAAGGAMA RAAWWII HOJII •••///••• Waltajjiin gamaaggama raawwii hojii Manneen Murtii Oromiyaa oolmaa guyyaa lammaffaan itti fufee jira. ...
Mara Dubbiisi
Baga Gammaddan!
fuullii websitii kana yeroo jalqabaatiif pireezidaantii mana murtii Aanaa Diinshoo kan ta'aa Addee Obseedhaan kan banamee dha tajaa...
Mara Dubbiisi
Subscribe to:
Posts (Atom)